Humnootii Tigraayiifi milishoota TPLF mormuun qabsoo hidhannoo eegaluun 'Lafa Bilisaa' (Free Land) jidduutti walitti bu'iinsa Aanaa Tigraay, Waajaraat kan Godina Kibba naannichaa keessatti uumamee ...